Waliin Waliif
Anaa dhufu jenneerra🙏
✍ 'Website' kun waan beeknu, waan beekuu qabnuu fi waan beeksisuu qabnu dhalootaan gahuun, Warra ofittoo ta'uu dhiifnee: • waliin guddachuu, • waliif yaaduu, • wal qajeelchuu fi kkf kan keessatti baratanii fi barsiisanidha!